

# Event Details

- **Event Name**: YESUUS JIREENYAA 
- **Event Start and End Date**: Thu, 01 Jan, 2026 at 04:11 am – Thu, 01 Jan, 2026 at 10:00 pm
- **Event Description**: Ergamoonni qaama sagadamuuf osoo hin taane qaama sagadaniif qabu.

Macaafa Qulqulluu keessatti, Ergamoonni qaama Waaqayyoon bakka bu'anii tajaajilanii fi taateewwan garaagaraa kan raawwatan qaama samii ta'anii mul'ataniiru. Macaafa Qulqulluu keessatti ergamoonni taatee garaagaraa kan raawwatan hedduun yoo jiraatan illee, ani immoo taatee ijoo gugguddoo 6 (Ja'a) isiniifan barreessa.

1- Ergamtootaa fi Beeksiftoota dubbii Waaqayyooti
�Yeroo hedduu ergamoonni "Ergamtoota" ta'anii tajaajilu. Akkasumas immoo, Beeksisa barbaachiisaa fi qajeelfama Waaqayyo biraa ba'e fuudhanii gara namoota dhuunfaa fi sabaatti fidu. 

�Fakkeenyaaf, Ergamaan Gabri'eel dhalachuu Yohaannis cuuphaa fi dhalachuu Yesuus Kiristoos akka Beeksisuuf ergamee ture (Luq 1:11-19, 26-38).

2- Eegdotaa fi Ittistoota dha.
�Ergamoonni saba Waaqayyoo kan eeganii fi balaa irraa kan ittisan akka ta'anitti barreeffamaniiru. Macaafa Faarfannaa 91:11-12 irratti "“Karaa ati adeemtu hundumaatti, akka si eeganiif ergamoota isaa siif in abbooma; “miilli kee dhagaatti akka hin buuneef, isaan harka irratti si baatu” jedhamee barreeffameera.

3- Waaqeffattootaa fi galateeffattoota dha.
�Ergamoonni Waaqeffattootaa fi galateeffattoota Waaqayyoo akka ta'an barreeffameera. Macaafa Isaayyas Raajichaa irratti " “"Qulqulluu! Qulqulluu! Qulqulluu dha Waaqayyo Gooftaan maccaa; guutummaan lafaas ulfina isaatiin guutuu dha.” (Isa. 6:3) jedhanii utuu isaan Gooftaa galateeffanii faarfatanii argina.

4- Tajaajiltootaa fi Hojjettoota dha.
�Ergamoonni amantootaaf hojjechuu fi tajaajiluutiin hojii Waaqayyoo raawwatu. Amantootas gargaaru.  — Ibr. 1:14 irratti “Isaan kun hundinuu hafuurota hojii, warra fayyina argachuuf jiraniif hojjechuudhaaf ergaman mitii ree?” jechuudhaan hojii isaanii nutti hima.

5- Raawwattoota murtii Waaqayyoo ti.
�Ergamoonni deemsa murtii Waaqayyoo raawwachuu warra jal'ootaa irratti ni hirmaatu. Seenaa sodoomotaa fi Gomorootaa keessatti, magaalittiin utuu hin balleeffamiin dura Looxii fi maatii isaa oolchuudhaaf ergamoonni lama itti ergamanii ture. (Uumama 19:1-29).

6- Kunuunsitootaa fi jajjabeessitoota amantootaati.
�Ergamoonni yeroo amanaan tokko rakkinaa fi qorumsa keessa seenutti jajjabeessuu fi kunuunsuun isa gargaaru. Yesuus eddoo dhaaba geetesemaanee keessa yeroo turetti ergamaan tokko isa jajjabeessuudhaaf mul'atee ture. 
“Yommus ergamaan Waaqayyoo tokko isa jajjabeessuudhaaf waaqa irraa itti mul'ate.”( Luq. 22:43).

Hojiiwwan ergamootaa kana akka fakkeenya muraasaattin isiniif kaase. Ergamoonni gahee addaa addaa raawwachuu fi kaayyoo Waaqayyoo fiixomsuu, Wal qunnamtii Waaqummaa dhala namaa wajjiin qaban keessatti barbaachisummaan isaaniis hammam guddaa akka ta'e ibsuuf barbaadeeni.

Akkasumas, ergamoonni qaama sagada barbaadan utuu hin taane amantoota warra Waaqayyoof sagadan waliin isaanuu Waaqayyoof kan sagadan aantii keenya ta'uu isaaniis beekuu waan qabnuufi dha. Ergamootaaf sagaduun barsiisa Macaafa Qulqulluu (Biblical doctrine) miti ykn barsiisa Kiristaanummaa dhugaas miti. @highlight
- **Event URL**: https://allevents.in/addis-ababa/yesuus-jireenyaa/200027088261150
- **Event Categories**: sports
- **Interested Audience**: 
  - total_interested_count: 254

## Ticket Details


## Event venue details

- **city**: Addis Ababa
- **state**: AA
- **country**: Ethiopia
- **location**: Ethiopian
- **lat**: 8.9949349160558
- **long**: 38.765574585306
- **full address**: Ethiopian, Addis Ababa, Ethiopia

## Event gallery

- **Alt text**: YESUUS JIREENYAA
  - **Image URL**: https://cdn-az.allevents.in/events1/banners/bb27ec3f5db4811057460ce6fc52fdb1e3d705ac982dcaa02a9e08d392257826-rimg-w720-h480-dcc1a592-gmir?v=1767116467

## FAQs

- **Q**: When and where is YESUUS JIREENYAA  being held?
  - **A:** YESUUS JIREENYAA  takes place on Thu, 01 Jan, 2026 at 04:11 am to Thu, 01 Jan, 2026 at 10:00 pm at Ethiopian, Addis Ababa, Ethiopia.
- **Q**: Who is organizing YESUUS JIREENYAA ?
  - **A:** YESUUS JIREENYAA  is organized by Dhugicha.
- **Q**: Who is this event for? Is it right for me?
  - **A:** YESUUS JIREENYAA  is ideal for sports fans, athletes, fitness enthusiasts, and anyone who loves the thrill of live competitive action and the energy of a crowd. Whether you're a first-time attendee or a longtime enthusiast in Addis Ababa, this event is thoughtfully curated to deliver a standout experience worth every moment. With 250+ people already showing interest, this is clearly an event worth adding to your calendar - don't miss out.

## Structured Data (JSON-LD)

```json
[
    {
        "@context": "https://schema.org",
        "@type": "Event",
        "name": "YESUUS JIREENYAA",
        "image": "https://cdn-az.allevents.in/events1/banners/bb27ec3f5db4811057460ce6fc52fdb1e3d705ac982dcaa02a9e08d392257826-rimg-w720-h480-dcc1a592-gmir?v=1767116467",
        "startDate": "2026-01-01",
        "endDate": "2026-01-01",
        "url": "https://allevents.in/addis-ababa/yesuus-jireenyaa/200027088261150",
        "location": {
            "@type": "Place",
            "name": "Ethiopian",
            "address": {
                "@type": "PostalAddress",
                "streetAddress": "Addis Ababa, Ethiopia",
                "addressLocality": "Addis Ababa",
                "addressRegion": "AA",
                "addressCountry": "ET"
            },
            "geo": {
                "@type": "GeoCoordinates",
                "latitude": "8.9949349160558",
                "longitude": "38.765574585306"
            }
        },
        "eventAttendanceMode": "https://schema.org/OfflineEventAttendanceMode",
        "description": "Ergamoonni qaama sagadamuuf osoo hin taane qaama sagadaniif qabu.\n\nMacaafa Qulqulluu keessatti, Ergamoonni qaama Waaqayyoon bakka bu'anii tajaajilanii fi taateewwan garaagaraa kan raawwatan qaama samii ta'anii mul'ataniiru. Macaafa Qulqulluu keessatti ergamoonni taatee garaagaraa kan raawwatan heddu",
        "organizer": [
            {
                "@type": "Organization",
                "name": "Dhugicha",
                "url": "https://allevents.in/org/dhugicha/24668773"
            }
        ]
    }
]
```