Seera Ba'uu 2:1-10 | Event in Addis Ababa | AllEvents

Seera Ba'uu 2:1-10

WAWW Makaana Yesus Alamganaa

Highlights

Fri, 05 Dec, 2025 at 06:00 pm

Alemgena Mekane Yesus

Advertisement

Date & Location

Fri, 05 Dec, 2025 at 06:00 pm (EAT)

Alemgena Mekane Yesus

Mekane Iyesus Church, Wereda 17, Ethiopia, Addis Ababa

Save location for easier access

Only get lost while having fun, not on the road!

About the event

Seera Ba'uu 2:1-10
Ba'uu 2:1-10
1. Waaqayyoo keenya hagam isa amanachaa isa eegganna yeroo haalli nuti keessa jirru hammaataa ta'u, carraan/ karaan ittiin keessaa baanu nuduraa dhokatu?
2. Kutaan kun geggeessitoota borii qopheessuu keessatti qajeelcha akkamii nuuf laata?
3. Waaqayyo namoota hin eegamnee fi haala suukanneessaa fayyadamee akkamiin waamicha keenyaaf nu qopheessa?
4. Museen qarqara laga Abbayyaa jajjaba keessaa ka'ee saba guddaa sana geggeesse. Har'a waldaa keessaa, TAXI fi BUS keessaa waajjira keessaa taayitaa addaa addaan kan nuwaliin jiran kan akka Musee jiruu laata?
5. Kan keessa isaanii jiru fuudhanii otuu hin awwaalamin akka haadha fi obboleettii Museetti maal gochaa jirra laata? Faarfannaa, kitaaba, oogummaa addaa addaa bakka awwaalchaa tti awwaalamee jiru hagam nuyaachisa laata?
Nuti kutaa kana qayyabachuuf qophoofnee jirra.
Eebbifamaa!!

interested
Stay in the loop for updates and never miss a thing. Are you interested?
Yes
No

Ticket Info

To stay informed about ticket information or to know if tickets are not required, click the 'Notify me' button below.

Advertisement

Nearby Hotels

Alemgena Mekane Yesus, Mekane Iyesus Church, Wereda 17, Ethiopia, Addis Ababa
Get updates and reminders
Ask AI if this event suits you

Host Details

WAWW Makaana Yesus Alamganaa

WAWW Makaana Yesus Alamganaa

Are you the host? Claim Event

Advertisement
Seera Ba'uu 2:1-10 | Event in Addis Ababa | AllEvents
Seera Ba'uu 2:1-10
Fri, 05 Dec, 2025 at 06:00 pm